Gatiin Gootaa meeqaa?
DO- FUTURE GENERATIONS- PODCASTS
by CHALA ABATE
3w ago
Support the show ..read more
Visit website
#Ep. 3 Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!
DO- FUTURE GENERATIONS- PODCASTS
by CHALA ABATE
1M ago
Egeree OROMIYAA  Dr. Dagafaa waliin Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jiraatanii hardhas lubbuun jiran irraa waan baratu baratee hardha kan harkasaa jiru ogummaa fi qaruuxummaan hojjatee egeree ofii fi dhalootaa tolfachuun dirqama keenya. Kanaaf warra bara dukkanaa turan irraa egeree Oromiyaaf waa iyyaafanna… Warra kaleessa jiraatanii ..read more
Visit website
Poem: Here Qaama Koo
DO- FUTURE GENERATIONS- PODCASTS
by CHALA ABATE
1M ago
Waggaa 11 dura gaafan Walaloo tana sararu akka keesaa baanu abdiin qaba ture.  Haa tahu malee anii fi qaamni koo kuni saranas asumaa wal qoccollaa, Fayyinee wal hin fayyisne, Akka waan jilaatti asumaa lafa dhiinna Ciree gatuuf naafummaan sodaadhee, baadhee deemuufis dalaga wal dhoorre…. Hee Qaama koo…. #Qaama Koo! Ani kanan jedhu,  want’n si gaafadhu silaa qaama kooti waa muree sin gatuu harki gaafa fayye, miilatu na nyaataa gaafa miilli fayye, mataat bowwaafataa nattin hafin jedheet, rifeensis kottonfataa qubnillee wal dhiiba waliif hooquu dhiiset, cinaatti wal jibbaa. Dhibee gu ..read more
Visit website
#Ep. #1: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom!
DO- FUTURE GENERATIONS- PODCASTS
by CHALA ABATE
1M ago
Egeree OROMIYAA  turtii Dr. Dagafaa waliin goonee caqasaa. Karaa Youtube armaan gadiis daawwachuu dandeessu. https://www.youtube.com/live/jfg3quojm6g?si=lhc1Sk-34CLbb4EC https://www.youtube.com/live/y0RzLLiW2No?si=NYWigbDLlGOPV5SA Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jiraatanii hardhas lubbuun jiran irraa waan baratu baratee hardha kan har ..read more
Visit website
Poem Daawitii Seenaa2
DO- FUTURE GENERATIONS- PODCASTS
by CHALA ABATE
2M ago
DAAWITII SEENAA LAK. 2 Ni yaadattuu bara sana,bara guyyaan dukkanaa’ee, bara birmadummmaan nu cabuuf jala bultii ta'e, Bara koodeen  koodee ganee, walirratti bobba'e, Gadaan laaffataa dhuufee, namuu gonfoo hawwee haadhoon haadhoo hiddee, akka summii jawwee. Fincaan 3n Tuullamaa,tokko diina kokkee  qabaa, inni kaan taa'ee taajjabaa, Waliif dirmachuu dagatee, alagaaf dhaabbatee Galaan diinan lollaan, Abbichummoo nyaapha filate. kaanis cinaasaatti Macci, xis-ximbaa dhiisee,  Finnasaa walitti qabuun, goojjoosaa hoo'isee, Akka  waan diinni boru boroo hin seennee, nyaaphi yeroo ..read more
Visit website
Jiraattonni aanaa Baddallee Maal jedhan?
DO- FUTURE GENERATIONS- PODCASTS
by CHALA ABATE
2M ago
Bara 2001, sababa hongee,beelaa nam-tolchee fi gogiinsa godinoota #Harargee lamaan ( Bahaa fi lixa) keessatti uumameen mootummaan naannoo Oromiyaa “…iddoo mijataa sin qubsiifna…”jechuun gara godinoota Wallaggaa fi Ilu Abbaa Booraa kan qubsiifamanii turan. Uummanni keenya suni keessatti kanneen aanaa #BunnooBaddallee qubsiifaman  dhuguma haala mijataa argatanii jireenyi isaanii wayyaahee jiraachaa turan mo maal keessa jiru? Turtii Miidiyaa Dhaddacha Oromoo jiraattoota Bunnoo Baddallee waliin godhe caqasaa Support the show ..read more
Visit website
Kt #2 Qophii Egeree Oromiyaa Dr. Dagafaa Abdiisaa waliin
DO- FUTURE GENERATIONS- PODCASTS
by CHALA ABATE
2M ago
Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jiraatanii hardhas lubbuun jiran irraa waan baratu baratee hardha kan harkasaa jiru ogummaa fi qaruuxummaan hojjatee egeree ofii fi dhalootaa tolfachuun dirqama keenya. Kanaaf warra bara dukkanaa turan irraa egeree Oromiyaaf waa iyyaafanna… Warra kaleessa jiraatanii hardhas nuwaliin jiranii fi jaboo akkuma b ..read more
Visit website
? Jaarmiyaa tokko maaltu jabaa taasisa?
DO- FUTURE GENERATIONS- PODCASTS
by CHALA ABATE
2M ago
Subscriber-only episode #Jaarmiyaa Tokko Maaltu #Jabaa Taasisa?                -1  - Dhaabni ykn jaarmiyaan tokko haalli inni ittiin jabaatuufi guddataa deemu karaaleefi roga hundaan waan jaarmiyaan tokko guuttachuudha qabu yoo guuttateedha. Waan hunda caalaa dhaaba tokko kan jabinasaa ibsuufi daran bu'a qabeessa isa taasisu : 1). Akeekaafi kaayyoo inni ittiin dhaabbateefi muldhata inni ittiin saba bilisummaa argachuu qaba jedhee qabsaawuuf sanadha. Kaayyoofi akeekni jaarmiyaa tokkoo ifaafii qajeelaa tahuu qaba.Kunis salphaa dhumatti uummatasaa k ..read more
Visit website
Kt: 1 Qophii Egeree OROMIYAA tti seenaa jiruu fi jireenya Dr. Dagafaa Abdiisaa
DO- FUTURE GENERATIONS- PODCASTS
by CHALA ABATE
3M ago
Egeree OROMIYAA  turtii Dr. Dagafaa waliin goonee caqasaa. Karaa Youtube armaan gadiis daawwachuu dandeessu. https://www.youtube.com/live/jfg3quojm6g?si=lhc1Sk-34CLbb4EC https://www.youtube.com/live/y0RzLLiW2No?si=NYWigbDLlGOPV5SA Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jiraatanii hardhas lubbuun jiran irraa waan baratu baratee hardha kan har ..read more
Visit website
Poem: Bara Sana
DO- FUTURE GENERATIONS- PODCASTS
by CHALA ABATE
3M ago
Support the show ..read more
Visit website

Follow DO- FUTURE GENERATIONS- PODCASTS on FeedSpot

Continue with Google
Continue with Apple
OR