Oromo News 07.19.21
Siouxland Public Media News: Oromo
by Fatiya Adam
3y ago
Oromo News 07/19/2021 Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya. Manneen barumsa Nebraska keessati barataan tokko nama Covid-19 qabame waliin yoo kan wal arguu adda baafame akka taau seeru jedhu ogeeyyota manneen fayyaa naanicha fi Federal akka walitti buusise himan. State Department kan Fayyaa fi Human Service ammo akka mana barumsaati himanitti barattooni nama corona virus qabame wajjiin yoo kan argamanii addaa baafamani taau hin qaban hanga malattooni irrati mulatuti jedhani jiru. Garuu CDC akka jedhetti barattooni talaali corona virus hin fud ..read more
Visit website
Oromo News 07.16.21
Siouxland Public Media News: Oromo
by Fatiya Adam
3y ago
Oromo News 07/16/2021 Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya. Jiraattoni hundi isaanu dalagaa dalaguuf soquu waan jiraniif June keessa hojii dhabummaan gara 4% gahee jira. Iowa Workforce Development akka guyyaa jum’aa gabaasanitti hojii dhabdummaan May keessa 3.95 kan turee dabalee jira. Hojidhabdooni Nebraska jia darbe keessa haala hin jijiiraminiin katamaadhan gurguddaa tokko tokko keessati dabalee jira. Nebraska Department kan Labor akka jedhetti biyyati guututi May keessa hoiidhabdummaan 2.6% kan tae tureefi june keesssa ammo gara 2.5% dee ..read more
Visit website
Oromo News 07.15.21
Siouxland Public Media News: Oromo
by Fatiya Adam
3y ago
Oromo News 07/15/2021 Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya. Ogeeyyonni Akka jedhanitti jidduu Iowa fi eastern Iowa keessati bubbee uumamen namni miidhame akka hin jirre gabaasan, garuu baayen bubbeedhan kan miidhame kan akka fooqidhan karaa irraa , mukkiini, fi makiidhan gargaltee argani jiran. National weather service akka jedhanitti bubbeen kun guyyaa kaleesa seaati booda gara galgalaa bakka baadiyaati fi bakka namni hin jirreeti akka tae himan. Gara South Dakota kan fiduu karaa deemu kan jiran jiraattoni Iowa har’a galgala magaala Sioux C ..read more
Visit website
Oromo News 07.14.21
Siouxland Public Media News: Oromo
by Fatiya Adam
3y ago
Oromo News 07/14/2021 Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya. Barataa University Iowa Mollie Tibbetts sajjjeesudhan jedhame kan irrati murtaahe daanyan umata biraa kan marajaa biraa argachuuf yeroon akka barbaachisu erga himan booda daanyan tokko yeroo qixaata isaa hir’isuuf akka hoatu jiru hime. Cristhian Bahena River (Christian Buh-hay-nuh Reh-vair-uh) guyyaa kamsaa haali gad dhiifame osoo hin jiraatan umrii isaani guutu akka hidhaman yaadame ture. Bahena River May keessa Tibbetts 2018 murtii first-degree dhan irrati murtaahe ture. Governor ..read more
Visit website
Oromo News 07.13.21
Siouxland Public Media News: Oromo
by Fatiya Adam
3y ago
Oromo News 07/13/2021 Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya. Sioux City Democrat J.D. Scholten akka jedhetti guyyaa har’aa yeroo kaluudhaf akka biirodhaf hin dorgamne himee jira. Dhugaan, guyyaa har’aa Scholten garee progressive lolaa kan baadiyaati argamuu waliin akka dalagaa jalqabu hime. Tabataan baseball kan duraani fi paralegal waradaa Iowa 4ffaa keessati bakka buaa naaninacha Steve King bara 2018 hin jifachuun isaa beekamadha. New York time akka gabaaseti Scholten governor US kan dorgomee fi U.s senate bara 2022 tti. Inni durabu’ummaa k ..read more
Visit website
Oromo News 07.12.21
Siouxland Public Media News: Oromo
by Fatiya Adam
3y ago
Oromo News 07/12/2021 Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya. State Siouxland sadihii keessa bulchitooni kan walitti qabaman guyyaa isaani kan dabarsan magaala Sioux City keessa kan argamu bakka conference Marriott irrati argamanii jiru. Siouxland Chamber ka commerce qophaahe sun biyyati keesati hir’innaa hojattoota dhabuu irra ture. Waliigalteen jidduu Iowa fi Texas godhamee Iowa dinbaraa Mexico irrati badiin dhooguf wattaa dalaagtoota mootumaf fi meesha jaraa “no cost to texas” qarqaaru irra jiran. Lugaan haga fedhee jiraatus, dubattaan Iowa ..read more
Visit website
Oromo News 07.08.21
Siouxland Public Media News: Oromo
by Fatiya Adam
3y ago
Oromo News 07/08/2021 Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya. Doctor tokkofoon University kan Nebraskamedicalcenter waae Covid19 haarawa kan seene kan nama kamuuf akka sodaachisa tae himan. State torbaan darbe keessa namni haarawa 450 qabamuu himan kuni ammoo torbaan san duraa irraa harka 55% akka dabalee jiru himan. Dr.James Lawler akka jedhetti dhukubni deltavariant baaychu isaa baayachu hin akka hin ajaaibne himan akkasumas namni baayen talaali coronavirus hin fudhatin baaye waan jiraniif. Summer kunis nama umriin isaani 20-50 jiru jidduuf ..read more
Visit website
Oromo News 07.07.21
Siouxland Public Media News: Oromo
by Fatiya Adam
3y ago
Oromo News 07/07/2021 Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya. Lakkoofsi jiraattota Iowa sababa Covid19 hospitaala jiran akka gad xiqqaate himan, haatau malee lakkofsi waggaa darbeen wal bira kalaahus ga xiqqaate jira. Hospitala keessati baayate kan dhufe deltavariant gosa corona virus Iowa keessati baayachu akka deemu maluu himan. Deparment mana fayyaa Iowa akka jedhanitti sababa coronavirus namni hospitaala yaalamu jiruu nama 85 dha, torbaan lama dura nama 50 dhaankan tureedha Guyyaa har’aa irraa jalqabee ogeessi fayyaa waaye coronavirus irra ..read more
Visit website
Oromo News 07.06.21
Siouxland Public Media News: Oromo
by Fatiya Adam
3y ago
Oromo News 07/06/2021 Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya. Bulchitoonni naannicha torbaan kana dhuma irratti balaa duaaf nama saaxilu adventureland naanawa waggaa shanii kan qorataa turan har’a himan. Inspector akka kan arganitti yeroo sanitti code wahiitu ka hin jirre akka tae himan. Abbaan mucaa kan umrii 11duesun akka himmeti beltiin warra isaa akka qabe himan. Akkaata gabaasa U.S department kan agriculture Midwest Climate Hub Iowa keessati roobni muraasni jiraani mul’atus jia darbe kan keessa akka hoogen uumame jiru himan. Dennis akka h ..read more
Visit website
Oromo News 07.02.21
Siouxland Public Media News: Oromo
by Fatiya Adam
3y ago
Oromo News 07/02/2021 Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya. Iowa keessatti rooba guddaa,snowfi lollaadhan guutamtus June keessa akka biyyati guututi haala jiidhinsa gaari keessa akka jirtu himan. NationalWeatherservice akka jedhetti jia kana qixxee irraa biyyaa hooinan sadarka kudhan keessa jirtu turte jedhan. SoutheasternIowa keessa June qixxee isaa bubbee Inches11 fidee ture. Qonnaan bultoota Plymouth County keessa jiraattan miidhan baradoo irra gahee ture. Kuni kanumaan osoo jiru state guutun ammati hir’ina rooba akka qaban mul achuu jiru ..read more
Visit website

Follow Siouxland Public Media News: Oromo on FeedSpot

Continue with Google
Continue with Apple
OR